Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu magaalaa Jigjigaa gale

Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Jilli Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.

Jilichi hoggantoota olaanoo paarlaamaa fi mootummaa federaalaa kan of keessatti haammate ta’uu eerameera.

Jilichi wayita buufata xiyyaaraa Garaad Wiilwaal gahu Pirezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammadiifi hoggantoonni olaanoon naannichaa simannaa taasisuufii ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.