Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii Fiigichaa maaraatoonii dhiirotaan Atileet Taammiraat Tolaa injifate

Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)-  Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atileet Taammiraat Tolaa Maaraatooniin Warqee 2ffaa Ityoophiyaaf argamsiise.

Atileet Taammiraat dorgommicha sa’aatii 2 fi daqiiqaa 5 fi maayikiroo sekondii 36 xumuruun injifateera.

Atleet Mussinnat Garramoon sadarkaa 2ffaa ba’uun meedaaliyaa Meetii Ityoophiyaaf argamsiiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.