Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Magaalaa Finfinnee cuunfaa gabaasa baajataa bara 2014 raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Manni Maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee cuunfaa gabaasa baajataa bara 2014 raggaasiseera.

Manni marichaa oolmaa guyyaa 2ffaa isaan gabaasa raawwii bara baajataa dhiyaate dhaggeeffachuun erga irratti mari’atee booda raggaasisuu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.