Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Jigjigaa fi Dabra Taaboor barattoota muummeewwan barnootaa adda addaan barsiisaa turan eebbisiisan

Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jigjigaa fi Dabra Taaboor barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa turan guyyaa har’aa eebbisiisaniiru.

Yuunvarsiitiin Jigjigaa bakka Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahammadii fi keessuummoonni kabajaa biroo argamaniitti barattoota kuma 1fi 766 eebbiseera.

Bifuma walfakkaatuun Yuunvarsiitiin Dabra Taabooris barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 167 eebbisiiseera

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.