Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Booleetti meeshaaleen waraanaa fi maallaqni seeraan ala kuufame to’atame

Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) –Kutaa magaalaa Boolee iddoo Bulbulaa jedhamuun beekkamutti meeshaaleen waraanaa fi maallaqni seeraan ala kuufame ture Doolaarri kumni 10 to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.

Kutaa magaalichaa aanaa 12 naannoo manneen waliin jireenyaa Bulbulaa jedhamutti eeru uummataan meeshaaleen waraanaa seeraan alaa fi maallaqni kun to’atamuu ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.