Fana: At a Speed of Life!

Biirichi bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 2.3 ol walitti qabuu beeksiise

Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii naannoo Afaar bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 2.3 ol walitti qabuu beeksiiseera.
Biirichi bara baajataa 2014 keessaa galii Birrii biiliyoona 2.4 walitti qabuuf karoorfatee Birrii biiliyoona 2.3 ol walitti qabuu danda’uu Hogganaan Biiroo Galiiwwanii naannichaa Obbo Mahaammad Hasan ibsaniiru.
Galiin bara kana argame kan bara darbeen yoo madaallame Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 62 caalmaa qabaachuu eeraniiru.
Maddi:-TOI
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.