Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti bara kana Biqiltuun sanyii filatamaa Avokaadoo miiliyoonni 1.5 godinaalee 21 keessatti dhaabbataa jira jedhame

Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Bara kana akka Oromiyaatti biqiltuu sanyii filatamaa Avokaadoo miiliyoonni 1.5 godinaalee 21 keessatti dhaabbataa jiraachuu Biiroon Qonnaa Naannoo Oromiyaa beeksiise.
Biqiltuuwwan kunneen aanaalee 118 tiif rabsamuun lafa hektaara kuma 5 fi 549 irra kilaasteraan dhaabbataa jiraachuu biirichi himeera.
Godina Wallagga Bahaattis biqilaan sanyii filatamaa Avokaadoo kuma 30 dhaabuuf aanaaleef rabsamaa jiraachuu ibseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.