Fana: At a Speed of Life!

Niijeeritti namoonni balaa walirra ejjechuu qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbe

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Niijeeritti namoonni gargaarsa fudhachuu wayita eegatanitti balaa walirra ejjechuu qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbe.

Balaan kun kan qaqqabe Niijeer magaalaa Diifaa jedhamuttidha.

Kanneen keessaas hedduun isaanii daa’immani fi dubartoota jedhameera.

Kanneen du’aaniin alattiis namoonni 10 mada’aniiru.

Balaan kun kan uumame dhaabbanni gargaarsa laatuu uulaa wayita banuu dursaa seenuu yaalii taasifameenii jedhameera.

Maddi:-BBC

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.