Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kuma 1 fi 43 Saa’udiirraa biyyatti deebi’an

Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Guyyaa har’a marsaa sadiin hojii lammiilee Saa’ud Arabiyaarraa deebisuu gaggeeffameen, lammiileen kuma 1 fi 43 gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.

Kanneen deebi’an keessaa kumni 1 fi 32 dhiirotaa yoo ta’an, 11 daa’imaan ta’uun ibsameera.

Deebitootaaf deeggarsii fi kunuunsi barbaachisaan taasifamuufiin buufata qophaa’eef qubsiifamaniiru.

Hanga ammaatti hojii lammiilee deebisuu hojjetamaniin lammiileen kumni 49 fi 655 gara Ityoophiyaatti deebi’uu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.