Fana: At a Speed of Life!

Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Mohaammud gara Eertiraatti imalan

Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Mohaammud daawwannaa hojiif gara Eertiraatti imalan.

Pirezidaantichi affeerraa Pirezidaantiin Eeritiraa Isaayyaas Afawarqiin taasisaniifiin garas imaluu Waajjirri Pirezidaantii Soomaaliyaa ergaa gama tiwiitarasaan dabarseen ibseera.

Turtiisaaniin gita isaanii Pirezidaant Isaayyaas Afawarqii waliin dhimmoota fayyadamummaa waloo biyyoota lameeniirratti kan mari’atan ta’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.