Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanichi nageenyaan akka xumuramuuf qophii gahaa taasisuu Poolisiin Federaalaa beeksise

Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa rakkoo nageenyaa tokko malee guutuu biyyattiitti nagaan akka kabajamuuf qaamolee nageenyaa biroo waliin qindoominaan qophii gahaa taasisuu Poolisiin Federaalaa beeksise.

Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa Ayyaana Iid Al Adahaa 1443ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarseera.

Haaluma kanaan ayyanichi nagaan akka xumuramuuf qophii gahaa taasisuu eeruun, hordoftoonni amantaa Islaamaas ayyaanichi nagaan akka kabajamuuf qaamolee tikaa fi nageenyaa waliin ta’uun gahee gama isaanii akka bahatan waamicha dhiyeesseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.