Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen kontiroobaandii konteeyinarri 2 to’atame

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii uffataa fi kophee konteeyinarri 2 to’atamuu ibsame.

Poolisiin magaalaa Finfinnee hordoffii  Tajaajila Nageenyaa Odeeffannoo Biyyaalessaa waliin taasiseen meeshaalee kontiroobaandii uffataa fi kophee konteeyinara 2 seeraan ala gara magaalaa Finfinnee seene to’achuu beeksiseera.

Meeshaaleen kunneen kan to’ataman kutaa magaalaa Addis Katamaa naannoo Axaanaa Taraa fi Addisuu Safar jedhamanitti ta’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.