Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Al Burhaan Waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI  Abiy Ahimad Preezdaantii Mana Maree  Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan  Abdulfattaa Al Burhaan Waliin Keeniyaa Naayiroobiitti mari’atan.

Hoggantoonni lameen yaa’ii Addaa Hoggantoota IGAD gaggeeffamaa jiru cinaatti dhimmoota naannawaa fi gam-lameerratti waliin mari’achuu ragaan Waajjira Muummee Ministeeraarraa argame ni mul’isa.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad yaa’ii Addaa Hoggantoota IGAD 39ffaa irratti hirmaachuuf guyyaa har’aa Keeniyaa Naayiroobii galuun isaanii kan yaadatamuudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.