Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni godina Harargee Lixaa hiriira deeggarsa bahan

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) – Jiraattoonni godina Harargee Lixaa jijjirama biyyatiitti mul’achaa jiru ilaalchisun hiriira deeggarsa bahan.

Godinichatti jiraattonni aanoolee 15 fi bulchiinsa magaala lamaa hiriiricha duula qulqullinaa fi hojiiwwan kunuunsa naannoo raawwachuun Muummee ministira Dooktar Abiy Ahimadii fi hojii jijjiirama biyyattiitti muldhacha jiru deeggaruun aantummaa qaban agarsiisaniiru.

Jiraattoonni sagantaalee paartii Badhaadhinaaf qaban deeggarsan ibsaniiru.

Dabalataniis, paartichaaf kennaa maallaqaa fi horii laachuu raga waajjira dhimmoota kominikeeshinii godinichaarra argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.