Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni Naannoo Soomaalee hiriira deeggarsa bahan

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) – Jiraattonni Naannoo Soomaalee Magaalaa Jigjigaa deemsa paartii badhaadhinaa deeggaruuf hiriira bahan.

Hiriira deeggarasa kanarratti namoonni kuma 20 ol hirmaataniiru.

Hiriirichi mata duree “gamtaadhaan gara badhaadhinaatti” jedhuun gaggefameera.

Ummanni naannichaa sirna feederaalizimii dhugaa ijaaramu keessatti qixa hirmaachuu isaatiinis gammachuu guddaa qaba jedhameera.

Hiriiricharratti Itti aanaa Preezdaanti naannicha obbo Musxafee Mahaammad dabalate hoggantoonni hojii olaanoon argamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.