Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni Awuraa Ambaa amantaa, sabummaa fi ilaalchi siyaasaa tokko taanee jiraachuu akka nu hin dhorkine ragaa jiraataadha-MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Amantaa, sabummaa fi ilaalchi siyaasaa tokko taanee jiraachuu akka nu hin dhorkine hawaasni Awuraa Ambaa ragaa jiraataadha jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.

Muummeen Ministiraa tooraa miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, walqixxummaa koorniyaa, haqni hawaasummaa daa’immanii fi miidhamtoota qaamaa, hawaasicha keessatti gochaan mirkanaa’anii kan itti arginedha jedhan.

Duudhaalee kanneeniin waggaa shantama cimanii jiraachuun ajaa’iba qofaa utuu hinta’iin dinqiidha jechuun ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.