Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa eegale
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) – Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa eegaluu ibsame.
Korichi dhimmoota biyyaalessaa fi hojiilee paartichaarratti mari’atee hojiilee fuulduratti hojjetamaniif kallattii ni kaa’a jedhamee eegame.
Koreen hojii raawwachiistuu paartichaa tibbana dhimmoota biyyaalessaa fi hojiilee paartichaarratti mari’achuun hojiilee itti aananiif kallattii kaa’uun isaa kan yaadatamu ta’uu Ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna