Fana: At a Speed of Life!

Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii isaa har’a jalqabe

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Koreen Hojii Raawwachiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee isaa har’a gaggeessuu eegaleera.

Koreen Hojii Raawachiiftuu walga’ii har’a eegaleen, dhimmoota yeroo biyyaalessaa murteessoo ta’anirratti mari’achuun kallattii hojii fuulduraa ni kaa’aan kan eegamuu ta’uu ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argamee ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.