Fana: At a Speed of Life!

Preezidaantiin Indooneezhiiyaa Raashiyaa fi Yukreen daawwachuufi

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Preezidaantiin Indooneezhiiyaa Jookoowiin Wiidoodoon Raashiyaa fi Yukreen daawwachuufi jedhame.
Daawwannaan Preezidaantichaa sadarkaa idil addunyaatti daraan yaaddessaa ta’aa kan dhufe rakkoo dhiyeessii furuuf Preezidaantii Raashiyaaa Viilaadmiir Putiin Qamadiin Yukreen gara alaatti akka ergamu eeyyamsiisuuf ta’uu himameera.
Preezidaanti Jookoowiin Wiidoon torbee dhufu gara Raashiyaa kan imalan ta’uu Jaakaartaa Poostiin gabaaseera.
Gara Raashiyaa fi Yukreenitti osoo hin imalin dura Walga’ii biyyoota G7 torbee dhufu Jarmanitti gaggeeffamurratti kan hirmaatan ta’uu eerameera.
Walga’iin kunis waraana gaggeeffamaa jiru dhaabsiisuu fi Preezidaanti Putiin Yukreen Qamadii hawaasa addunyaaf akka ergitu amansiisuuf ta’uu gabaasichi eereera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.