Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Magaalaa Boongaa galan

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Naannoo Ummatoota Kibba-Lixaa Ityoophiyaa, Magaalaa Boongaa galaniiru.

Wayita Magaala Boongaa ga’anitti Ittaanaa Preezdaantii Naannichaa Dooktar Injiinar Nagaash Wageeshoo dabalatee, qondaaltota hojii mootummaa naannichaa fi jaarsolii biyyaatiin simatamaniiru.

Obbo Shimallis turtii isaaniin dhimmoota naannichaa walta’iinsaan cimsuun danda’amuu fi dhimmoota biroorratti ni mari’atu jedhamee eegama.

Tasfaayee Mirreessaatu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.