Fana: At a Speed of Life!

Haleellaa lammiilee nagaa irratti raawwatamuu fi humnoota seeraan alaa qabeenya isaanii barbadeessaniif obsa hin qabnu – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Haleellaa lammiilee nagaa irratti raawwatamu fi humnoota seeraan alaa qabeenya isaanii barbadeessaniif obsa hin qabnu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Tibbana Naannolee Beenishaangul-Gumuzii fi Oromiyaatti gochaan suukaneessaa shororkeessitootaan lammiiee nagaarratti raawwatameef obsuu hin dandeenyu jedhuun ibsan.

Nagaa fi nageenya naannolee miidhamanii deebisuuf dursa laachuun ni hojjetama jedhan fuula Tiwitarii isaaniin.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.