Fana: At a Speed of Life!

Paartiin Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee kitaabilee kuma 5 fi 911 Mana Kitaabaa Abrihootiif gumaache

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee kitaabilee kuma 5 fi 911 Mana Kitaabaa Abrihootiif gumaacheera.
Itti gaafatamaan Damee dhimmoota Paartichaa Obbo Yimar Kabbadaan Kitaabilee kanneen Hoggantuu Biiroo Aadaa fi Ispoortii magaalaa Finfinnee Dooktar Hiruut Kaasawuuf laataniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.