Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 1127 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 127 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Deebitoota har’aa keessaa 6 daa’immaan yoo ta’an, hundi isaanii dhiira ta’uu ibsameera.
Hojiilee lammiilee kanneen gara biyyaa deebisuu hojjetamaa jiruun hanga ammaatti namoonni kumni 38 fi 853 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.