Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin marii “Addis Wag” gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii “Addis Wag” Waajjira Prees Seekretariyaatii Muummee Ministeeraan qophaa’u guyyaa har’aa fi boruu kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.

Waltajjiin marii kun ji’aan dhimma tokko, kurmaan waggaarratti ammoo dhimmoota ijoo irratti marii taasifamudha.

Waltajjiin kun dhimma finxaalessummaa irratti kan xiyyeeffate ta’uu ibsameera.

Waltajjichi guyyaa har’aa fi boruu kan gaggeeffamu ta’uu waajjirri Muummee Ministeeraa beeksiseera.

Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.