Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaaleetti baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 5.8 walitti qabame

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 5.8 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksiise.
Baatiwwan kurnan darban galii Birrii biiliyoona 6.3 walitti qabuuf karoorfamee Birrii biiliyoonni 5.8 walitti qabamuu Itti Aanaa Hogganaan biirichaa Obbo Ahimad Muhummad ibsaniiru.
Hongeen naannichatti muudate karoorichi guutummaatti akka hin milkoofne taasiisu kaasaniiru.
Galiin walitti qabame kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame % 20 caalmaa qabaachuu ibsaniiru.
Maddi:-TOI
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.