Fana: At a Speed of Life!

Mariin walitti hidhamiinsa  indaastirii oomishaalee fi galtee indaastirii irratti xiyyeeffate gaggeeffame

Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Mariin walitti hidhamiinsa  indaastirii oomishaalee fi galtee indaastirii irratti xiyyeeffate gaggeeffame

Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal Ministira Ministeera Indaastirii Albuudaa fi Inarjii  Ikuwaatooriyaal Giinii waliin dhimmoota indaastirii oomishaarratti mari’achuu ibsame.

Walitti hidhamiinsa indaastirii oomishaa biyyoota lamaan gidduu jiru haala cimsuufi guddisuun danda’amurratti mar’achuu eerameera.

Yeroo dhiyootti gareen teekinikaa Ikuwaatooriyaal Giiniirraa akka dhufu ibsamuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni mul’isa.

Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.