Fana: At a Speed of Life!

Leenjiin leenjistootaa ogeeyyii aartii Magaalaa Baatuutti kennamaa ture xumurame

Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Leenjiin leenjistootaa ogeeyyii aartii qindoomina  Giddugala Aadaa Oromoo fi Yuunvarsiitii Naannoo Oromiyaan guyyoota 15’f Magaalaa Baatuutti kennamaa ture xumurameera.

Leenjichi aartii, muuziqaa, tiyaatira, fiilmii fi shubbisa irratti kan kenname tahuu himameera.

Leenjiin kun leenjifamtoota godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaa garaarraa dhufaniif kan kenname ta’uu OBN gabaaseera.

Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.