Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebeen Manneen Jireenyaa waliinii Garjii daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Manneen Jireenyaa waliinii Garjii Korporeeshinii Manneen Federaalaan baatiwwan 18 keessatti ijaaraman  daawwataniiru.

Yeroo gabaabaa keessatti proojektii guddaan akka kanaa hojjetamuun miidhaginaa fi guddina magaalichaaf ga’ee olaanaa kan qabu ta’uu aadde Adaanach ibsaniiru.

Misoomsitoota teeknooloojiiwwan ammayyaa fayyadamuun rakkoo manaa magaalichaa furuuf socho’an bulchiinsi magaalichaa kan jajjabeessu ta’uu ibsuu isaanii ragaan Waajjira Kantiibaa magaalicjhaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.