Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi Magaalichaa Intarpiraayizoota 169 gara Intarpiraayizii sadarkaa giddugaleessaatti ceesise

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Intarpiraayizoota 169 gara Intarpiraayizii sadarkaa giddugaleessaatti ceesise.

Sirni eebba ce’umsa Intarpiraayizii marsaa 11ffaan magaalaa Finfinnee Hoteela Ililliitti gaggeeffamaa jira.

Saganticharratti Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa argamaniiru.

Waliigalatti intarpiraayizoonni kumni 1 fi 625 sadarkaa giddugaleessaarra jiraachuu ibsameera.

Zabiib Taklaayitu gabaase.

Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.