Fana: At a Speed of Life!

Gareen Jilaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Durfamu Turkii Jira

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Gareen Jilaa Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Durfamuu Turkii seeneera.
Jilichi shaakala loltummaa mootummaan Turkii qopheessu EFES 2022 jedhamu irratti hirmaachuuf jedhameera.
Sagantichaa cinaatti Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa gita isaanii Turkii Jeneraal Yaasaar Gular waliin dhimmoota gama lameenii irratti mari’ataniiru.
Ijaarsa dandeetti fi deeggarsa loltummaa irratti walta’iinsaan hojjechuuf waliigalteerra ga’uu isaanii ragaan Embaasii Ityoophiyaa Turkiitti argamurraa argame ni mul’isa.
Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.