Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 195 taasise

Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 95 taasisuu ibsameera.

Baankichi Ityoophiyaatti talaallii vaayrasii koroonaa waliin ga’uu fi damee fayyaa deeggaruuf Doolaara miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 95 taasisuu Ministeerri Maallaqaa beeksiseera.

Deeggarsichi tattaaffii Ityoophiyaan talaallii vaayrasii koroonaa sadarkaa biyyaalessaatti waliin gahuuf taasistu deeggaruuf akkasumas dhaabbilee fayyaa sababa walitti bu’iinsaan miidhaman deebisanii ijaaruuf kan oolu ta’uu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.