Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Magaalaa Samaraa galan

Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaan Makoonniin naannoo Afaar Magaalaa Samaraa galaniiru.
Obbo Dammaqaan buufata xiyyaaraa Sulxaan Aliimiiraahii Haanfaree wayita ga’an Preezidaantii naannichaa obbo Awwal Aarbaa fi hoggantoota mootummaa olaanoo naannichaan simatamaniiru.
Turtii Samaraatti taasiisaniin hoggantoota naannichaa waliin dhimmoota haala waqtaawawrratti ni mari’atuun eegama.
Maddi:- TOI
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.