Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 38 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 38 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Kanneen keessaa daa’imman 158  fi dhiironni 880 ta’uu ragaan Ministeeraa Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Hanga ammaatti hojii lammiilee Saa’ud Arabiyyaarraa biyyatti deebisuu hojjetameen lammiileen kumni 31 fi 236 deebisuun danda’ameera.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.