Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Maayik Hamar Gaanfaa Afriikaatti ergamaa addaa ameerikaa ta’uun ramadaman

Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Maayik Hamar Gaanfaa Afriikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa ta’uun ramadamaniiru.

Ambaasaaddar Maayik, Gaanfa Afriikaatti  Ergamaa Addaa Ameerikaa Duraanii Deeviid Istaaterfiild bakka bu’uudhaan akka hojjetan Ministirri Dhimmaa Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan fuula tiwiitaraa isaaniin beeksisaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.