Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI  Abiy Ahimad Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin dhimmoota nageenyaa gamlamee fi dhimmoota naannawaarratti mari’achuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaanii dabarsaniin ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.