Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad fi Jilli isaanii yaa’ii Maalaaboorratti hirmaachaa jiru

Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi jilli isaanii yaa’ii addaa Hoggantoota gamtaa Afriikaa 15ffa irratti hirmaachaa jiru.
Sirna baniinsa yaa’ichaarratti Giiftii Duree Zinnaasha Taayyaachoos hirmaataniiru.
Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin durfamu yaa’ii addaa Gamtaa Afriikaa 15ffa irratti hirmaachuuf kaleessa Giinii Maalaaboo galuun ni yaadatama.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.