Fana: At a Speed of Life!

Yeroo kamiyyuu caalaa gamtaan keenya amma murteessaadha- Preezdaant Saahilawarq Zawdee

Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Yeroo kamiyyuu caalaa gamtaan keenya amma murteessaadha jedhan  Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.

Preezdaant Saahilawarq guyyaa Afrikaa ilaalchisuun ergaa gama Tiwiitaraan dabarsaniin, sirna jeeqamaa idil addunyaarraan kan ka’e Afrikaatti rakkoolee walxaxoon fuulleffachuu ibsaniiru.

Dhaabbileenii fi hojimaatileen isaanii hedduu qoramuu ibsuun, yeroo kamiyyuu caalaa gamtaan keenya murteessaadha jedhaniiru.

Ijoolleen Afrikaa kaayyoo waloo kanaaf ga’umsa horachuutu nurraa eegama jedhan.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.