Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin dhaabbilee musliimota Ityoophiyaa 22ffaan baatii Waxabajjii gaggeeffamuufi

Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) –Yaa’iin Dhaabbilee Musliimota Ityoophiyaa 22ffaan Waxabajjii 8-18, 2014 gaggeeffamuuf ta’uun ibsameera.
Yaa’ichi Ityoophiyaanota biyya isaaniirraa fagaatan gara biyyatti akka deebi’an, dhalattoonni Ityoophiyaa waa’ee biyya isaanii hubannoo qaban akka gabbifataniif kan kaayyeffate ta’uun himameera.
Yaa’ichi duudhaalee Islaamummaa guddinaa fi nageenya biyyaaf akka gumaachuuf kan gaggeeffamu yoo ta’u, sagantaaleen garagaraas akka dhiyaatan ibsameera.
Maqaa gaarii biyyaa gama beeksisuutiin, dame tuuriizmii si’eessuu, filmaatawwan invastimantii eeruu, ce’umsa beekumsaa fi teeknooloojii irratti xiyyeeffannoon kan hojjetu ta’uu Qindeessan Sagantichaa Obbo Mahaammad Kaasaa ibsaniru.
Meeroon Mulugeetaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.