Yuunvarsiitiin Walloo barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 823 eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) –Yuunvarsiitiin Walloo barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture 823 eebbisiiseera.
Eebbifamtoota keessaa 293 dubartoota ta’uu ragaan fuula Yuunvarsiitichaarraa argame ni muul’isa.
106 ammoo kanneen digirii lammaffaan eebbifaman ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.