Hirmaannaan diysaapooraa damee invastimantiin raawwata jiru guddachuun carraa hojii uumaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Hirmaannaan diysaapooraa damee invastimantiin raawwata jiru guddachuun carraa hojii uumaa jiraachuu Ejansiin Diyaaspooraa ibseera.
Ejansichi waamicha ‘Iid hanga Iid gara biyyaa’ jedhu hordofee miseensoota diyaaspooraa Noorweeyii fi Abudaabii waliin dhimmoota hirmaannaa waaraa diyaaspooraarratti mari’ataniiru.
Itti aanaan daayrektara Ejansichaa Dooktar Mahaammad Indiriis wayita kana akka ibsaniitti, diyaaspooraan deeggarsarra darbee misooma waaraa biyyaarratti hirmaachuuf tattaafii taasifamuu ejansichi ni jajjabeessa jedhaniiru.
Hirmaannaan diysaapooraa damee invastimantiin raawwata jiru guddachuun carraa hojii uumaa jiraachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.