Fana: At a Speed of Life!

Proojektoonni misoomaa yeroo jedhame keessatti akka xumuramaniif mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jira – Obbo Oordiin Badiirii

Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Proojektoonni misoomaa yeroo jedhame keessatti akka xumuramaniif mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin Badiiriin ibsaniiru.

Preezdaant Oordiin Badiirii fi hoggantoonni mootummaa olaanoon proojektoota hawaasa naannichaa fayyadamoo taasiisanii fi ijaarsi isaanii xumuraman hojii eegalchiisaniiru.

Proojektoonni misoomaa yeroo jedhame keessatti xumuramuun hawaasa naannichaa fayyadamoo akka taasiisan mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu obbo Oordiin Badiiriin ibsaniiru.

Naannichatti proojektoonni misoomaa garaagaraa hawaasa naanichaa fayyadamoo taasiisan eebbifamuun tajaajila eeganiiru.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.