Fana: At a Speed of Life!

Addaan ciccituu humna elektirikaa baabura Ityoo-Jibuutiirratti muudatu hambisuuf waliigalteen mallattaa’e

Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Baaburri Lafarraa Ityoohiyaa Jibuutii fi Humni Elektirkaa Ityoophiyaa waliigaltee waloon hojjechuu mallatteessaniiru.

Waliigaltichis addaan ciccituu humna elektirikaa baabura Ityoo-Jibuutiirratti muudatu hambisuuf gargaaraa jedhameera.

Waliigalticha hojii raawwachisaan Baabura lafarraa Ityoophiyaa Jibuutii Dooktar Abdii Zannabaa fi hojii gaggeessaan olaanaan Humna Elektirikaa Ityoophiyaa obbo Ashabbiir Baalchaa mallatteessaniiru.

Qiddist Birhaanuutu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.