Fana: At a Speed of Life!

Guyyoottan 10 ittaananitti Kutaalee Lixaa fi Kibba Lixa biyyattiitti roobni fooyya’aan jiraachuu ibsame

Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Guyyoottan 10 ittaananitti Kutaalee Lixaa fi Kibba Lixa biyyattiitti roobni fooyya’aan jiraachuu Instiitiyuutiin Raaga Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise.

Guyyoottan kurnan itti aananitti roobni arfaasaa walakkeessa biyyattiitti babal’achaa kan dhufu ta’uu ibsameera.

Haalli roobaa kun bakkeewwan Kibba Ityoophiyaatti ittifufiinsa kan qabu ta’uu inistiitiyuutichi raageera.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.