Obbo Awwal Aarbaan magaalaa Jigjigaa galan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaan magaalaa Jigjigaa galaniiru.
Jilli obbo Awwal Aarbaan durfamu kun wayita magaalaa Jigjigaa ga’u Preezdaantii naannichaa obbo Musxafee Mahaammad dabalatee hoggantoota, abbootii amantaa fi jaarsolii biyyaan simannaan taasiifameefira.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.