Fana: At a Speed of Life!

Waliigalteen hirmaannaa daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi  Chaayinaa gidduu jiru guddisuuf dandeessisu 6 mallatteeffame

Finfinnee, Caamsaa 4,  2014 (FBC) – Waliigalteen hirmaannaa daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi  Chaayinaa gidduu jiru guddisuuf dandeessisu 6 mallatteeffameera.

Sagantaa waliigaltee mallateessuu kanarratti Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin, Komishinarri Komishinii Invastimantii Lalisee Namee dabalatee Ityoophiyaatti hoggantoonni olaanoon Chaayinaa argamaniiru.

Zabiib Taklaaytu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.