Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi dhaabbilee qajeelfama iftoominaa fi itii gaafatamummaa faayinaansii hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfii akka fudhatu ibse

Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa dhaabbilee qajeelfama iftoominaa fi gaafatamummaa  faayinaansii hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfii akka fudhatu beeksiseera.

Guyyaa har’aa waltajjiin marii bulchiinsa faayinaansii federaalaa fi naannolee gaggeeffamuu ibsameera.

Ministeera Maallaqaatti daayreektarri bulchiinsa baasii mootummaa obbo Daawiit Shimallis haasaa taasisaniin, dhaabbilee qajeelfama iftoominaa fi gaafatamummaa  faayinaansii hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfii akka fudhatu himuusaanii ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.

Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.