Fana: At a Speed of Life!

Adeemsa jijjiiramaa keessatti waldhabdeewwan Ityoophiyaa keessa jiran marii biyyaaleessaan xumura akka argatu nan amana – obbo Leencoo Lataa

Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Adeemsa jijjiiramaa keessatti waldhabdeewwan Ityoophiyaa keessa jiran marii biyyaaleessaan xumura akka argatu amantaa cimaan qaba jedhan Hogganaa Olaanaan ABO duraanii obbo Leencoo Lataan.
Obbo Leencoon Adeemsa jijjiiramaa keessatti gufuulee baay’een mudachuu danda’a jedhan.
Adeemsa kana keessatti rakkoolee biyya qoraa jiran marii biyyaaleessaan furmaata ni argatu jechuun himaniiru.
Waldhabdeewwan obsaa fi hubannoon furmaata akka argatan taasisuun marii biyyaaleessaa milkeessuun barbaachsisaa ta’uu eeraniiru.
Maddi:-DhPI
Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.