Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee gareen kubbaa harka Kutaa Magaalaa Qirqoos dorgommii Waancaa Afrikaaf darbuu dinqisiifatan

Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee gareen kubbaa harka Kutaa Magaalaa Qirqoos dorgommii Waancaa Afrikaa Niijeeriitti gaggeeffamuuf darbuu dinqisiifataniiru.

Aadde Adaanach gareen kubbaa harka kutaa magaalichaa Ityoophiyaa bakka bu’uun waancaa Afrikaarratti hirmaachuuf Niijeeriin galu hootela Ityoophiyaatti gaggeessaa taasisaniifiru.

Saganticharratti haasaa taasisaniin, dorgommicharratti isin hirmaachuu keessaniif qabxii argamuun ol alaabaan keenya ol jedha jedhaniiru.

Biyya keenya beeksisuun ashaaraa keessan kaa’u keessaniif galateeffamuu qabdu jechuun ibsuusaanii ragaan Kominikeeshinii magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.