Fana: At a Speed of Life!

Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar injifate

Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa magaalaa Baahirdaaritti har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Arbaa Minc injifateera.

Tapha har’a ganama taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Arbaa Minc 2 fi 1 injifateera.

Jimmaa Abbaa Jifaariif Ascannaaqii Tsaggaayee fi Iyyoob Alamaayyahu goolii yoo galchan, magaalaa Arbaa Minciif Ashannaafii Eeliyaas galchii 1 lakkoofsiseera.

Yeroo ammaa taphni Buna Ityoophiyaa fi magaalaa Dirre Dawaa gaggeeffamaa jira.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.