Fana: At a Speed of Life!

Hundeeffamni waggaa 50ffaa hawaasa Awuraabaa kabajamaa jira

Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Hundeeffamni waggaa 50ffaa hawaasa Awuraabaa qophiilee garaagaraan kabajamaa jira.

Saganticharratti Ministira Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayee dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa naannoo Amaaraa oomishaalee uffataa hawaasichaa, kunuunsa maanguddootaaf taasifamuu fi bakka oomisha zayitaa dawwataniiru.

Giddugala Hawaasa Awuraambaa Birrii miiliyoona 10 ijaaramuuf dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.

Tsaggaayee Wandasantu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.